Siyaasa Oromoo - Nesru Hassen Koroso - Books - Primedia E-launch LLC - 9781645706007 - March 27, 2019
In case cover and title do not match, the title is correct

Siyaasa Oromoo

Nesru Hassen Koroso

Price
Íkr 2,759
excl. VAT

Ordered from remote warehouse

Expected delivery Aug 14 - 25
Add to your iMusic wish list

Siyaasa Oromoo

Siyaasa Oromoo is about Oromo politics and history. It covers major issues in Oromo history and politics. It is about how and why Oromo nation fell under various tyrannical regimes for over a century. The book also emphasizes on the role unity, organization and leadership played in the success Oromo achieved in the past and its role to sustain the gains made.

The book is written in Afan Oromo (Oromo language). This is primarily to improve Qubee Generation's understanding of Oromo politics and history. To create knowledgeable and well-informed generation, this book has a lot to offer.

*** Afaan Oromoo***

Mooraa Oromoo keessatti siyaasni mataduree waan hedduu ta'us, hanqinni bilchinnaa fi hubannoo siyaasaa jiraachuun isaa bifa garagaraatiin mul'ataa tureera. Namni heddu gabaa siyaasaa keessaa qooda fudhachuuf kan yaalu harka duwwaa ykn siyaasa bargoo qabateeti. Haala kana keessatti waan dubbii hin taanetu walnama mormisiisa. Waan qeeqaaf hin malletu walnama ficcisiisa. Dhimma sa'aa tokkotti xumuramuu maletu halkan guutu nama teessisa. Maddi rakkoo, inni ijoon, hir'inna hubannoo siyaasa Oromoo duumesseedha. Hubannoo gayaa qabaachuun siyaasa bilchaataa, abshaalaa fi moo'ataa geggeessuuf murteessaadha. Duruunfatanii fiiguun, miiraan gugatuun, waan qaban harcaasutti yoo hin taanee injifannoo caalutti nama geessuun isaa mamsiisaadha. Ummanni hubannoon maletti dirree siyaasaa seenu farda namootaa ykn daboo hooganootaa ta'a: kan abbaan fedhe yaabbatu ykn meeshaa itti fe'atu. Siyaasni hubannoo gayaan maletti borcaadha. Kan haasayu walhinhubatu. Mariin taasifamu firii hin qabaatu. Yeroo tokko tokko hubannoo fi bilchinna siyaasaa dhabaaf tarsiimoon baafamu walharkatti qabama; yaadni hayyootaa fi hoogganootaa wacaan haguuggama. Ilaalchaa fi tooftaan hayyootaa isa namota miiraan gugataniin butamaa turuun isaa hudhaa qabsoo ta'aa tureera.

Kaayyoon kitaaba kanaa hubannoo fi beekumsa ummanni keenya siyaasaa fi seenaa irratti qabu gabbisuu, siyaasa Oromoo siyaasa beekumsa irratti hundaaye taasisuudha. Gama kana dhugoomsuutiin kitaabni kun waan gumaachu heddu qaba. Dubbisaa.

Media Books     Paperback Book   (Book with soft cover and glued back)
Released March 27, 2019
ISBN13 9781645706007
Publishers Primedia E-launch LLC
Pages 344
Dimensions 152 × 229 × 20 mm   ·   503 g
Language Oromo