Tell your friends about this item:
Warraaqsa Bineeldootaa Abinet Olqabaa
Warraaqsa Bineeldootaa
Abinet Olqabaa
Kitabni kuni akka lakkoofsa warra awurooppaatti bara 1945 Nama Joorj Oorweel (George Orwel) jedhamuun mata-duree "Animal farm" jedhuun afaan ingiliziitiin barreeffame. Kitaaba kana Barreessaan Masfin Maammoo jedhamu gara Afaan Amaaraatti bara 2011 jijjiiree kan maxxansiise yeroo ta'u, mata-duree "Warraaqsa Bineeldootaa" jedhu kenneefii gara Afaan Oromootti kan isinii jijjiire Abinnat Alamuu Olqabaan jedhama. Yaadannoon kitaaba kanaa ilmaan Oromoo bilisummaa fi badhaadhina uummata Oromoof jecha dararamanii fi wareegamanii maraaf naaf haa oolu. Waan dubbistaniif galatoomaa.
| Media | Books Paperback Book (Book with soft cover and glued back) |
| Released | September 27, 2020 |
| ISBN13 | 9798690829155 |
| Pages | 122 |
| Dimensions | 152 × 229 × 7 mm · 172 g |
| Language | Afrikaans |
See all of Abinet Olqabaa ( e.g. Paperback Book )